Matthew 27:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Philaaxoos akka isaan waan hinaattolee te'aneef dabarsanee isa kennane beekeera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni imbeekha, aka worri Yeso qot'efi isatiini d'ufe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka warrii Yesus qoxxeef isattiin dhufe, innii inbeeka.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni akka hinaaffa'aan dabarsanii isa kennan waan beekuuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni akka hinaaffa'aan dabarsanii isa kennan waan beekuuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee sababaan jedheef, Yesusiin hinaaffa'aan dabarsanii akka kennaniin ni beeka waan tureef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Philaaxoos akka isaan waan hinaattolee te'aneef dabarsanee isa kennane beekeera.