Matthew 27:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Bulchaan biyyaa Philaaxoos ammalle, “Isaan lamaan keessaa eennu akka ani isiniif hiiku barbaaddan?” jedhee isaan gaafate. Isaanille, “Barabbaa nuuf hiiki!” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyuuni, Worra kana lamaani eennu gadi lakisa? jed'e, Jennaani worri, Baraba feena jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hayyuun, “Warra kana lamaan keessaa akka anin eennu gad isanii dhiisu feetan?” jedhee, jennaan warrii, “Barabbaa feenna” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchaanillee deebisee, «Lamaan keessaa eennuun akka isinii hiiku feetan» isaaniin jedhe. Isaanillee, «Baarbaaniin nuu hiiki!» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bulchaanillee deebisee, «Lamaan keessaa eennuun akka isinii hiiku feetan» isaaniin jedhe. Isaanillee, «Baarbaaniin nuu hiiki!» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bulchaan'llee, «Lamaan keessaa kamiin akka isinii hiikuuf barbaadan?» jechu'uun, ummata irra deebi'ee ni gaafate. Isaan'llee, «Barbbaaniin akka nuuf hiikituuf barbaanna!» jechu'uun, ni deebisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bulchaan biyyaa Philaaxoos ammalle, «Isaan lamaan keessaa eennu akka ani isiniif hiiku barbaaddan?» jedhee isaan gaafate. Isaanille, «Barabbaa nuuf hiiki!» jedhane.