Matthew 27:25 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba kolbaan duudiinuu, “Dhiiga isaatiif, nutii fi ijoollee teenna itti gaafattannuu ti” jedhanee deebisane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini ch'ufti waan jette, D'iigi isaa mata keennafi ka ijoolle teenna gubba jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gumiin cuftii, “Dhiigii isaa mataa keennaa fi ka ijoollee teennaa gubbaa jira” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gumiin martinuu deebisanii, «Dhiinni isaa nu'uu fi ijoollee teenna irra haa ta'u» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gumiin martinuu deebisanii, «Dhiinni isaa nu'uu fi ijoollee teenna irra haa ta'uu» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ummanni marrinuu, «Sababa du'a isaatiin adabbiin dhufu, nu'uu fi ijoollee teenna irratti haa ta'u!» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba kolbaan duudiinuu, «Dhiiga isaatiif, nuutii fi ijoollee teenna itti gaafattannuu ti» jedhanee deebisane.