Matthew 27:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre inni Barabbaa isaaniif hiike; liche'een Yesuus dhaansiseen duuba, akka fannifamuuf dabarsee kenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Pilatoni Baraba gadi lakise, Yeso d'aana jed'e, aka ijeesani harka worrati kenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Philaaxos Barabbaa gad lakkisee, “Yesus dhaanaa” jedhee, akka ijjeesan harka warratti kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa inni Baarbaaniin isaanii hiikee, Yesuus ammo tumamee akka fannifamu dabarsee kenneen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa inni Baarbaaniin isaanii hiikee, Yesuus ammoo tumamee akka fannifamu dabarsee kenneen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti Philaaxos Barbbaaniin hiikee isaaniif gad ni dhiise, Yesusiin garuu eega dhaansiseeniin duubatti, akka isa fannifamuuf dabarssee ni kenneen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre inni Barabbaa isaaniif hiike; liche'een Yesuus dhaansiseen duuba, akka fannifamuuf dabarsee kenne.