Matthew 27:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan woyaa isaa irraa baasanee woyaa diintuu itti uffisanee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Woya iraa baasani, woya diimtu toko uyisaniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wayaa irraa baasanii, wayaa diimtuu tokko itti uyyisan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uffatallee isa irraa mulqanii uffata diimaa itti uwwisan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Uffatallee isa irraa mulqanii uffata diimaa itti uwwisan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Uffata isaa'llee irraa baasanii, uffata diimaa itti ni uffisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan woyaa isaa irraa baasanee woyaa diintuu itti uffisanee,