Matthew 27:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yihudaan isa dabarsee kenne, akka Yesuusitti murame yennaa dhagge, gaabbee meetii soddoma san mootota hayyootaatii fi jaarsolee kolba'aatiif deebisee fidee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yudani, ka Yeso gurgurate, aka Yeso ijeecha iti murani arginaani, iraa deebie, hori qaalole gugurdofi jaaroleti deebise
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yihudaan ka Yesus dabarsee kenne, akka Yesus ijeechaa itti muran arginaan, gabba'ee, horii qaallolee gugurdoo fi jaarroleetti deebisee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san Yihuudaan isa dabarsee kenne akka isatti murteeffame argee gaabbee birrii soddomaa san bulchaa gadootaatii fi manguddootaa deebisee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san Yihuudaan isa dabarsee kenne akka isatti murteeffame argee gaabbee, birrii soddomaa san bulchaa gadootaatii fi manguddootaa deebisee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus akka itti murtteeffame yeroo argetti Yihudaan Yesusiin dabarssee kenne ni gaabbe, qarshii soddomaa fudhate'llee itti gaafatamoota qeesotaatii fi jaarsotaaf akkana jechu'uun deebisee isaanii ni kenne,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudaan isa dabarsee kenne, akka Yesuusitti murame yennaa dhagge, gaabbee meetii soddoma san sooreyyii hayyootaatii fi jaarsolee kolba'aatiif deebisee fidee,