Matthew 27:30 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan itti tufanee, uleelle irraa fuudhanee mataa isaa dhowane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hanch'ufa isati tufani, ule fuud'ani mata keesani d'aanani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
hancufa isatti tufanii, ulee fuudhanii mataa keessan dhaanan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Itti tufan; uleellee harkaa fuudhanii mataa keessa dhayan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Itti tufan, uleellee harkaa fuudhanii mataa keessa dhayan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hancufa isaanii'llee itti ni tufan ture, ulee'llee harkaa fuudhanii, mataa isaa keessa ni dhayaniin ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan itti tufanee, uleelle irraa fuudhanee mataa isaa dhowane.