Matthew 27:31 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Itti taphataneen duuba, isaan woyaa san irraa baasanee woyaa isaa deebisanee itti uffisane. Achiin duuba fannisiisaaf isa geessane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi isa goyeesani, woya iraa baasani, woya isaa ta qara keyachiisani, Duuba aka mukhati fannisani alati geesani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii isa gooyyeesanii, wayaa irraa baasanii, wayaa isaa ta qaraa keeyyachiisanii, duuba akka mukatti fannisan alatti geessan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga itti baldaniin maayessa uffata diimaa irraa mulqanii uffata isaa itti uwwisanii fannisu'uuf achi fidan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haga itti baldaniin maayessa, uffata diimaa irraa mulqanii uffata isaa itti uwwisanii fannisu'uuf achi fidan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eega itti balddaniin duubatti'llee uffata diimaa irraa baasanii uffata isaa itti ni uffisan, isa fannisu'uuf'llee qabanii ni deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Itti taphataneen duuba, isaan woyaa san irraa baasanee woyaa isaa deebisanee itti uffisane. Achiin duuba fannisiisaaf isa geessane.