Matthew 27:32 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan yennaa gad bayane, namicha biyya Qareena'aa tokko, ka Simoon jedhamu dhagganee, fannoo Yesuusii akka ba'atu hunnaan tolchane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato dira keesaa bahanu, namicha Kirene toko ka Simoni jed'ani argani, maskali Yeso baachisani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo dira keessaa ba'anuu, namicha Qareenaa tokko ka Simi'oon jedhan arganii, fannoo Yesus baachisan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa bayan namicha Simoon jedhamu ka biyya Qareena'aa arganii, fannoo Yesuusii akka baatu hunnaan isa giddisiisan
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa bayan namicha Simoon jedhamu ka biyya Qareena'aa arganii, fannoo Yesuusii akka baatu hunnaan isa giddisiisan
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Moonaa bulcha'aatii baya'aa uduma jiran Simoon ka jedhamu naminni biyya Qareenaa argataniitii, fannoo Yesusii akka baatuuf, ni dirqamsiisaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan yennaa gad bayane, namicha biyya Qareena'aa tokko, ka Simoon jedhamu dhagganee, fannoo Yesuusii akka ba'atu hunnaan tolchane.