Matthew 27:33 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan addee Golgootaa jedhantu dhufane; “Golgootaa” jechuun “Addee buqqii mata'aa” jechu'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla Golgotha d'ufani, akasi jechaani Fulla Buqe Mata jecha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fulaa Golgootaa jedhan dhufan, “Golgootaa” jechuun fulaa, “Buqqee mataa” jechuu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan hulee golgootaa jedhamtu dhufan; «Golgootaa» jechuun «Hulee buqqee mata'aa» jechu'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan hulee golgootaa jedhamtu dhufan; «Golgootaa» jechuun «Hulee buqqee mata'aa» jechu'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan dubbatti hiikkaan isaa, «Lafee mata'aa» gara bakka ta'ee, gara Golgota'aa ni gayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan addee Golgootaa jedhantu dhufane; «Golgootaa» jechuun «Addee buqqii mata'aa» jechu'u.