Matthew 27:34 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan dhaadhii woyni'ii hadhoottu'uun makanee, akka unuuf Yesuusiif kennane. Inni afaaniin qabe malee, hin unne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Achiti daad'i had'ooftu obaasani, inni diqo une ammo d'ugu dide.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Achitti daadhii waynii waan hadhaatiin walitti makanii akka innii dhuguu itti kennanii, innii ammoo afaaniin qabee dhuguu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daadhii woyini'ii ka hadhooftu'uun makame haa dhugu'uuf kennaniif. Afaaniin qabee dhuguu jibbe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Daadhii woyini'ii ka hadhooftu'uun makame haa dhugu'uuf kennaniif. Afaaniin qabee dhuguu jibbe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Achiin'llee dhaadhii woyinni'ii ka hadhoofittu'uun wolitti makame akka dhugu Yesusiif ni dhiyeessan, inni garuu afaaniin qabee dhugu'uuf hin barbaanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan daadhii woyni'ii hadhoottu'uun makanee, akka unuuf Yesuusiif kennane. Inni afaaniin qabe malee, hin unne.