Matthew 27:35 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus fannisaneen duuba hixaa buufatiisaan woyaa isaa qoqoodamane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mukhati fannisani, woya isaa hit'a buufatani, gargari qoodatani,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mukatti fannisanii, wayaa isaa hixaa buufatanii, gargarii qoodatan,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga fannisaniin maayessa uffata isaatitti hixaa buusanii qoodaman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haga fannisaniin maayessa uffata isaatitti hiree hixaa buusanii qoodaman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesusiin'llee eega fannisaniin duubatti, uffata isaa titti carraa buufatanii ni qoodaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus fannisaneen duuba hixaa buufatiisaan woyaa isaa qoqoodamane.