Matthew 27:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Nama yakkaa hin qanne dabarsee kennisaan yakkeera” isaaniin jedhe. Isaan ammoo, “Maanti nu dhibe ree? Haajaa keeti!” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'e, Anini ya daba tolche, nama woma iyakini gurgurad'e. Worri waan jed'eeni, Nu maani iraa qamna re? Sunini huji tanteti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Anin ya cubbuu hojjadhee, nama homaa hin yakkin gurguradhe” jedhe. Warrii, “Nu maan irraa qamna ree? Sunin hujii teetii” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani waan dhiiga nama Woyyu'uu dabarsee kenneef yakkeera» isaaniin jedhe. Isaan ammo, «Maaltu nu dhibe ree? Hajaa keeti!» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Ani dhiiga nama Woyyu'uu dabarsee waan kenneef yakkeera» isaaniin jedhe. Isaan ammoo, «Maaltu nu dhibe ree? Hajaa keeti!» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Nama qulqulluu du'aaf dabarssee kennuu kiyyaan, balleessee jira» jedhe. Isaan garuu, «Eegaa nu maalttu dhibe! Dhimma mataa keetii!» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nama yakkaa hin qanne dabarsee kenniisaan yakkeera» isaaniin jedhe. Isaan ammoo, «Maanti nu dhibe ree? Haajaa keeti!» jedhane.