Matthew 27:41 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkasuma moototi hayyootaa, barsiisoti Seeraatii fi jarsolee woliin itti taphatanee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akasuma qaalole gugurdofi jara Seera beekhufi jaaroleeni isa goyeesite waan jette,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkasuma qaallolee gugurdoo, jara seera beekuu fi jaarroleen isa gooyyeesitee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma bulchoonni gadootaa, barsiisonni Seeraatii fi manguddoota woliin itti balda'aa akkana jedhan,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma bulchoonni gadootaa, barsiisonni Seeraatii fi manguddoota woliin itti balda'aa akkana jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bifuma kanaan itti gaafatamoonni qeesotaa, barsiisota seeraatii fi jaarsotiin woliin akkana jedha'aa, itti ni balddan ture,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma sooreyyii hayyootaa, barsiisoti Seeraatii fi jaarsolee woliin itti taphatanee,