Matthew 27:44 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkasuma alagaltooti isa woliin fannifamanelle isa arrasane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Shiftaani isa woliini fannisanileeni akasuma isa goyeesite.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii saamtooleen isa waliin fannisaniilleen akkasuma isa gooyyeesse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma shiftoonni isa woliin fannifamanillee isa arrabsan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma shiftoonni isa woliin fannifamanillee isa arrabsan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana shifttoonni isa woliin fannifaman'llee, ni arabissaniin ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma alagaltooti isa woliin fannifamanelle isa arrassane.