Matthew 27:45 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Orraa sa'aatii jaan jalqabee haga sa'aatii sagalii latti duudiin dukkanootte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya gudda haga saa sagali lafti ch'ufti dukanoofte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guyyaa guddaa haga saatii sagalii laftii cuftii dukkanoofte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sa'aatii jahaa irraa jalqabee haga sa'aatii sagalii biyyi martuu hin dukkanoofte.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sa'aatii jahaa irraa jalqabee haga sa'aatii sagalii biyyi martuu hin dukkanoofte.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Saa'aatii jahaa jala qabee haga saa'aatii sagalii titti arddii mara irratti dukkana ni ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Orraa saatii jaan jalqabee haga saatii sagalii latti duudiin dukkanootte.