Matthew 27:47 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worra achi dhaabbatanu keessaa gariin yennaa tana dhage'ane, “Namichi kun Eliyaas waamiisatti jira” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami achi ejaanju ka gari isa d'agaye waan jed'e, Inni Eliya yaamu jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii achi ejaajju ka garii isa dhaga'ee, “Namii kun Eliyaas yaamuu jira” jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni achi dhaabatan dhagayanii, «Namichi kun Eliyaasiin waamata'aara» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoonni achi dhaabatan dhagayanii, «Namichi kun Eliyaasiin waamata'aara» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoota Achi dhaabatanii turan keessaa tokko tokkoon isaanii kana dhagayanii, «Kun ammoo Eliyaasiin ni waama!» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra achi dhaabbatanu keessaa gariin yennaa tana dhage'ane, «Namichi kun Eliyaas waamiisatti jira» jedhane.