Matthew 27:49 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri dhibiin ammoo, “Eegi me! Eliyaas dhufee akka isa fayyisu hin ilaalla!” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nami gari waan jed'e, Eega, aka Eliyaani d'ufe isa qarqaaru ilaala.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii garii ammoo, “Eegaa, akka Eliyaas dhufee isa qarqaaru laallaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kuuwwan ammo dhiisanii, «Dhiisi mee! Eeliyaas dhufee akka isa fayyisu arginaa!» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kuuwwan ammoo dhiisanii, «Dhiisi mee! Eeliyaas dhufee akka isa fayyisu arginaa!» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kuunniin garuu,, «Turi mee! Eliyaas dhufee ka isa fayyisuu yoo taate, haa laalluu!» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri dhibiin ammoo, «Eegi me! Eliyaas dhufee akka isa fayyisu hin ilaalla!» jedhane.