Matthew 27:51 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennuma san gollaan Galma Waaqaa keessaa gubba'aa haga gadii addee lamatti tarsa'e. Latti tachoote, rassaalle dadayya'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojuma suni golli Mana Waaqa fulla lamati gubba gadi tarsae. Lafti chochote, d'akhaani dayae,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yoma sun gollii mana Waaqaa fulaa lamatti gubbaa gad tarsa'e. Laftii chochotee, dhakaan dayya'ee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Golgi mana woyyu'uu olii haga gadii bakka lamatti biinxame Lafti hin sochoote; dhagaan hin babbaqaqe;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Golgi mana woyyuu olii haga gadii bakka lammatti biinxame Lafti hin sochoote, Dhagaanillee hin babbaqaqe;
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti golganni Mana Waaqeffanna'aa olii haga gadii titti tarssa'ee bakka lamatti ni qoodame, arddiin'llee ni raafamitte, siiddaawwan dhaga'aa'llee ni dhodhooyan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennuma san gollaan Galma Waaqaa keessaa gubba'aa haga gadii addee lamatti tarsa'e. Latti tachoote, rassaalle dadayya'e.