Matthew 27:52 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Irreensotille banamanee, kolbaan Waaqaa ta duute keessaa worri hedduun ka'ane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
awaali baname, worri Waaqa ka due ka gari jireennati deebie.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
awwaalii banamee, warrii Waaqaa qulqulloon durii du'e hedduun ka'ee jireennatti deebi'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Awwaallan hin banaman; worra amanti'iin woyyoomanii du'anii turan keessaa hedduun isaanii fooniin ka'an.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Awwaallan hin banaman; worra amanta'aan woyyoomanii du'anii turan keessaa, hedduun isaanii fooniin ka'an.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
awwaalonni'llee banamanii namoota qulqullaayomota du'anii turan keessaa, baayi'eewwan du'aa ni ka'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Irreensotille banamanee, kolbaan Waaqaa ta duute keessaa worri hedduun ka'ane.