Matthew 27:53 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan irreensa keessaa bayanee, Yesuus du'aa ka'een duuba, gara qachaa woyyichaa gara Yerusaalemii galanee, worra heddu'utti mudhatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Awaala keesaa yaani, eegi Yesoni duisa keesaa kae, dira qulqullo seenani, nami hedduuni worra arge.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Awwaala keessaa yaa'anii, eegii Yesus du'a keessaa ka'e, dira Yerusaalem qulqulloo duudanii, namii hedduun warra arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Du'aa ka'insaan maayessa awwaallan keessaa bayanii heddu isaanii gara qachaa woyyitti'ii galanii namoota heddutti mudhatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Du'aa ka'insaan maayessa awwaallan keessaa bayanii, heddu isaanii gara qachaa woyyiti'ii galanii, namoota heddutti mudhatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Awwaala keessaa'llee bayaniiti eega Yesus du'aa ka'een duubatti, gara magaalaa Qulqullitti'ii gara Yerusaalemii ni aseenan, achitti'llee namoota baayi'e'etti ni muldhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan irreensa keessaa bayanee, Yesuus du'aa ka'een duuba, gara qachaa woyyichaa gara Yerusaalemii galanee, worra heddu'utti mudhatane.