Matthew 27:56 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan keessa Maariyaamii qachaa Magdala'aa, Maariyaamii haadha Yaaqoobiitii fi Yoseefii, haadha ijoollee Zabdewoosii fa'atti jira.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nad'eeni suni keesaa, Mariamu Magdalenefi Mariamu haad'a Yakobotiifi Yusufufi haad'a ilmaani Zebedayoti jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nadheen sun keessaa, Maariyaam Magdalaa, Maariyaam haadha Yaaqoobtii fi Yoseef, haadha ilmaan Zabdewosii jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan keessaa Maariyaam ta biyya Magidala'aa, Maariyaamii haadha Yaaqoobiitii fi haadha Yoosa'aa, Maariyaamii haadha ijoollee Zabdewoosii fa'atu ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan keessaa Maariyaam ta biyya Magidala'aa, Maariyaamii haadha Yaaqoobiitii fi haadha Yoosaa, Maariyaamii haadha ijoollee Zabdewoosii fa'atu ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan keessa'llee magdalaawittiin Maariyaam, haati Yaaqoobiitii fi Yooseefii, Maariyaam, haati ilmaan Zabdewoosii'llee isaan keessatti ni argaman turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan keessa Maariyaamii qachaa Magdala'aa, Maariyaamii haadha Yaaqoobiitii fi Yoseefii, haadha ijoollee Zabdewoosii fa'atti jira.