Matthew 27:57 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa galgalootte, namichi dureessi qachaa Armaatiya'aa, ka Yoseef jedhamu tokko, achi dhufe; innille barataa Yesuusiitiiyyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti galgaloomnaani, namichi dureesi lafa Arimathaya toko d'ufe; maqaani isaa Yusufu, innileeni nama Yesoti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Laftii galgaloomnaan, namichii dureessii lafa Armaatiyaa tokko dhufe; maqaan isaa Yoseef, inniilleen nama Yesus.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa galgalaaye namichi dureessi Yooseef jedhamu tokko qachaa Armaatiya'aatii achi dhufe; innillee akkasuma darasaa Yesuusii ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa galgalaaye, Namichi dureessi Yooseef jedhamu tokko qachaa Armaatiya'aatii achi dhufe; innillee akkasuma darasaa Yesuusii ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo dhiitetti'llee Yooseef ka jedhamu, namichi dureessi magaalaa Armaatiyaas tokko garasi ni dhufe, inni'llee barataa Yesusii ni ture,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa galgalootte, namichi dureessi qachaa Armaatiya'aa, ka Yoseef jedhamu tokko, achi dhufe; innille barataa Yesuusiitiiyyu.