Matthew 27:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Moototi hayyootaa ammoo, beesee san fuudhanee, “Beeseen tun gatii dhiiga namaa waan teeteef, karra Galma Waaqaatitti makuun seeraa moti” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaaloleeni gugurdooni hori kaani lafaa guurte waan jette, Horiini kunini hori d'iigaati, aki hori Mana Waaqatiini wolti darani fullaaniti jed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qaalloleen gugurdoon horii kaan lafaa guurtee, “Horiin kunin horii dhiigaatii, akkii horii mana Waaqaatiin walti daran seeramti” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchoonni gadootaa birrii san fuudhanii, «Birriin kun gatii dhiigaa waan ta'eef kennaa Mana Woyyu'uutitti makuun seeraa miti» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bulchoonni gadootaa birrii san fuudhanii, «Birriin kun gatii dhiigaa waan ta'eef, kennaa Mana Woyyu'uutitti makuun seeraa miti» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti gaafatamoonni qeesotaa'llee qarshii soddomaa fuudhanii, «Qarshiin kun qarshii gatii dhiigaa waan ta'eef, kennaa Mana Waaqeffanna'aatiin wolitti makuun nuuf hin eeyyamamu» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sooreyyiin hayyootaa ammoo, beesee san fuudhanee, «Beeseen tun gatii dhiiga namaa waan teeteef, karra Galma Waaqaatitti makuun seeraa moti» jedhane.