Matthew 27:61 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maariyaamiin qachaa Magdala'aatii fi Maariyaamiin tuun goda awwaalaa fuula dura tee'iisatti jiraniiyyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mariamu Magdalenefi Mariamuni taani d'aatu awaala teteete.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Maariyaam Magdalaa fi Maariyaamiin taan dhaattuu awwaalaa teteette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maariyaamiin biyya Magidala'aatii fi Maariyaamiin lammeessoon achi kolba awwaalaa afoo taa'anii turan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maariyaamiin biyya Magidala'aatii fi Maariyaamiin lammaffaan achi kolba awwaalaa afoo taa'anii turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Magdalaawwittii Maariyaamii fi Maariyaamiin bira'aa, achuma awwaalaa afoo, ta'anii jiran turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maariyaamiin qachaa Magdala'aatii fi Maariyaamiin tuun goda awwaalaa fuula dura tee'iisatti jiraniiyyu.