Matthew 27:63 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Gootta'a, sobaalessi sun adoo jiruu, ‘Guyyaa sadiin duuba deebi'ee ka'a’ waan inni jedhe nuuti hin qaabanna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jetteeni, Aabbo, nu aka namichi kiyyibaani suni gaafa jiru, Eegi guyya sadi anini duisa keesaa kaa jed'e, inqaabanna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Aabboo, nu akka namichii kiyyibaan sun gaafa jiru, ‘Eegii guyyaa sadii anin du'a keessaa ka'a’ jedhe, inqaabanna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Gooftaa'a! dogoggorsaan sun uduu lubbu'uun jiru, ‹Guyyaa sadihiin maayessa hin ka'a› akka jedhe qaabanne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Gooftaa'a, dogoggorsaan sun uduu lubbu'uun jiru, ‹Guyyaa sadihiin maayessa hin ka'a› akka jedhe qaabanne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Yaa Gooftaa! Dogoggorssaan sun uduma lubbu'uun jiru, ‹guyyaa sadihiin duubatti du'aa ni ka'a› ka jedhe, ni yaadanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Gootta'a, sobaalessi sun adoo jiruu, ‹Guyyaa sadiin duuba deebi'ee ka'a› waan inni jedhe nuuti hin qaabanna.