Matthew 27:65 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Philaaxoos, “Worra eegu fudhadha'aa dhaqa'aatii, akka beettanutti eegachiifadha'a” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Pilatoni waan jed'eeni, Askarti fud'ad'a, haga dandeetani awaala eega.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Philaaxosiilleen, “Warra waraanaa fudhadhaa, haga dandeettan awwaala eegaa” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Philaaxoosillee, «Worra eegu hin qabdanii dhaqa'aatii akka beettanitti eessisaa'a!» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Philaaxoosillee, «Worra eegu hin qabdanii dhaqa'aatii akka beettanitti eessisaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phiilaaxosii'llee, «Kunoo, lolttoota eegan ni qabddan, deema'aatii bifa beekittaniin eegisisaa!» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Philaaxoos, «Worra eegu fudhadha'aa dhaqa'aatii, akka beettanutti eegachiifadha'a» isaaniin jedhe.