Matthew 27:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Mari'ataneen duuba, addee awwaala worra ormaa akka teetu, namicha faara dhowu irraa lafa ittiin bitane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi wolmariatani, lafa toko ta Ogeesa Okote Faara jed'ani bitani lafa keessuma iti awaalani tolchani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii walmari'atan, lafa namicha Ogeessa Okkotee Faaraa dha'uu tokkoon bitanii lafa keessumma itti awwaalan tolchan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan mari'atanii namicha faara dhayu irraa lafa awwaala keessummootaa bitaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan mari'atanii namicha faara dhayu irraa lafa awwaala keessummootaa bitaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf eega mari'ataniin duubatti keessummootaaf bakka awwaala akka ta'uuf, lafa nama Faara hojjatuu ittiin ni bitan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mari'ataneen duuba, addee awwaala worra ormaa akka teetu, namicha faara dhowu irraa lafa ittiin bitane.