Matthew 27:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Sababa kanaaf latti sun haga adhaa, “Lafa dhiigaa” jedhantee waamanti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi lafa suniini, Lafa D'iiga jed'ani yaamani, arrale.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf lafa sun haga ardhaallee, “Lafa dhiigaa” jedhaniitti yaaman.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababa kanaaf lafti sun haga adhaa, «Lafa dhiigaa» jedhamte.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sababa kanaaf lafti sun haga adhaa, «Lafa dhiigaa» jedhamte.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee kanaan laftti sun haga adhaa titti, «Lafa Dhiigaa» jedhama'aa, ni waamama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababa kanaaf latti sun haga adhaa, «Lafa dhiigaa» jedhantee waamanti.