Matthew 27:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Wonni Ermiyaasiin raagichi, “Isaan meetii soddoma akka gatii isaa teetuuf, ijoolleen Israa'elii herredde fudhatte;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akanaani Wonti raagi Yeremiani jed'e d'uga taate: qarsi sodomi sadi suni fuud'ani (ta gochiti Israeli ee jette aka baaftu),
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba akkanaan wantii raagii Eremiyaas jedhee ta, “Qarshii soddomaa sun fuudhanii (ta gochitii Israa'el akka baaftu ee jette),
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka kanaan raanni «Waan ijoolleen Israa'elii tilmaaman waan gatii isaa ta'u qarshii soddomaa fudhatan; hennaa san wonti raatticha Ermiyaasiitiin,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san wonti dubbii Ermiyaasiitiin isaan birrii soddoma akka gatii isaa taatuuf ijoolleen Israa'elii gariin salla'anii fuudhanii,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haala kanaan, «Ijoolleen Israa'eelii ka tilmaamanan isaaf gatii ka ta'u, qarshii soddomaa ni fudhatan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni Ermiyaasiin raagichi, «Isaan meetii soddoma akka gatii isaa teetuuf, ijoolleen Israa'elii herreddee fudhatte;