Matthew 28:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Sanbati dabareen duuba, Dilbata barii halkaniin, Maariyaamiin qachaa magdala'aatii fi Maariyaamiin tuun boolla awwaalaa ilaaliisaaf dhaqane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi guyyaani Sabato dabre, guyya qara ka torbaani suni, lafti bariinaani Mariamu Magdalenefi Mariamuni taani awaala ilaalu d'aqani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii guyyaan Sanbataa dabre, guyyaa qaraa ka torbaan sunii, laftii bariinaan Maariyaam Magdalaa fi Maariyaamiin taan awwaala laaluu dhaqan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga Sambanni lufeen maayessa guyyaa jalqaba torbaanii obboroo, Maariyaamiin biyya Magidalaatii fi Maariyaamiin lammeesso'oo awwaala laalu'uuf dhaqan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haga Sambanni diqqaan lufeen maayessa guyyaa Sambata gudda'aa barii, Maariyaamiin biyya Magidalaatii fi Maariyaamiin lammaaffa'aa awwaala laalu'uuf dhaqan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sanbbanni eega dabrreen duubatti, torbaan keessaa guyyaa jalqabaa (Dilbbata) ganama obboro'oon, Maariyaam Magadaalaawitti'ii fi Maariyaamiin bira'aa'llee awwaala isaa laalu'uuf ni dhaqan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanbati dabareen duuba, Dilbata barii halkaniin, Maariyaamiin qachaa magdala'aatii fi Maariyaamiin tuun boolla awwaalaa ilaaliisaaf dhaqane.