Matthew 28:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dubartooti adoo karaa irra jiranuu, worra boolla awwaalaa eegu keessaa gariin gara qacha'aa dhaqanee waan te'e mara mootota hayyootaatitti himane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nad'eeni iti d'aabannaani, askartiini hagi gari ta awaala eeddu dira d'at'e, waan ch'ufa qaalole gugurdoti himte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nadheen itti dhaabannaan, warrii waraanaa ka awwaala eegu hagii garii dira dhaqee, waan cufa qaallolee gugurdotti hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubartoonni uduu karaa irra jiran, worra awwaala eegan keessaa gariin gara qacha'aa dhufanii waan ta'e maraa bulchoota gadootaatitti odeessan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dubartoonni uduu karaa irra jiran, worra awwaala eegan keessaa gariin gara qacha'aa dhufanii, waan ta'e maraa bulchoota gadootaatitti odeessan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dubarttoonni'llee deema'aa uduu jiran lolttoota keessaa tokko tokkoon isaanii gara magaala'aa deemanii, waan ta'e maraa itti gaafatamoota qeesotaa titti ni himan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubartooti adoo karaa irra jiranuu, worra boolla awwaalaa eegu keessaa gariin gara qacha'aa dhaqanee waan te'e mara sooreyyii hayyootaatitti himane.