Matthew 28:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Bulchaan biyyaa yoo dubbii tana dhage'e, nuuti itti hinnee dubbii nyaachinnee, akka isin hin rakkannelle goona” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo hayyuuni waan kana d'agaye, nuti iti hima, woma tokole insodaatiina jed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo hayyuun waan kana dhaga'e, nutti itti himaa, homa tokkoollee hinsodaatinaa” jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchaan biyyaa yoo dubbii kana dhagaye, nu itti himnee, akka isin hin rakkannellee hin goona» isaaniin jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bulchaan biyyaa yoo dubbii kana dhagaye, nu itti himnee, akka isin hin rakkannellee hin goona» isaaniin jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan kana bulichaan biyyaa yoo dhagayee jiraate, dhimmicha nu'u isa hubachiifnnee amansiisu'uun, isin irratti rakkinna akka hin geessine, ni taasfinna» isaaniin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bulchaan biyyaa yoo dubbii tana dhage'e, nuuti itti hinnee dubbii nyaachinnee, akka isin hin rakkannelle goona» jedhaneen.