Matthew 28:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
isaan yennaa isa dhaggane, isaaf sagadane; worri gariin mamane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isa arginaani guddisani, ato nami gari d'arefatele.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isa arginaan ulfeessaanii, namii garii ammoo mame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan hennaa isa argan isaaf sagadan; worri gariin ammo hin maman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan hennaa isa argan, isaaf sagadan; worri gariin ammoo hin maman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo isa arganitti'llee ni sagadaniif, tokko tokko garuu ni shakkan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan yennaa isa dhaggane, isaaf sagadane; worri gariin mamane.