Matthew 28:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus gara isaanii dhufee, “Baalliin duudiin ol-gubba'aa fi lafa irratti anaaf kennanteerti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni worrati d'iaate waan jed'eeni: Jabeenna ch'ufa, ka lafafi gubbale, ya nati kennani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus warratti dhi'aatee, “Jabeenna cufa, ka lafaa fi gubbaallee, ya natti kennaan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus gara isaanii dhufee, «Baalliin maruu ardi'ii fi sami'itti naa kennameera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee gara isaanii dhufee, «Baalliin maruu ardi'ii fi sami'ittillee naa kennameera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee gara isaanii dhiyaateeti akkana isaaniin jedhe, «Aangoon marrinuu sami'ii fi arddi'itti'llee naaf kennamee jira,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus gara isaanii dhufee, «Baalliin duudiin ol-gubba'aa fi lafa irratti naaf kennanteerti.