Matthew 28:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf gara gosa biyya adda addaa deema'aatii maqaa Abba'aa, maqaa Ilmaatii fi maqaa Ayyaana Woyyichaatiin isaan cuuphaa, barattoota tiyya godha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi fulla ch'ufa yaa, gosa ch'ufa nama kiyya tolcha: maqa Abbaatiifi ka ilmaatiifi ka Lubbu Qulqullotini aada batiso namaa kenna,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf fulaa cufa yaa'aa, gosa cufaa nama kiyya tolchaa; maqaa abbaatiin, ka ilmaatii fi Hafuura Qulqullotiin nama cuuphaa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf gara gosa biyya adda addaa deema'aatii maqaa Abba'aa, maqaa Ilmaatii fi maqaa Ayyaana Woyyu'uutiin isaan cuupha'aa, darasoota tiyya taasisaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf gara gosa biyya adda addaa deema'aatii maqaa Abba'aa, maqaa Ilmaatii fi maqaa Ayyaana Woyyu'uutiin isaan cuupha'aa, darasoota tiyya taasisaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
eegaa gara ummata biyya lafaa mara deemaa, maqaa Waaqaa Abba'aa, maqaa Ilmaatii fi maqaa Hafuura Qulqullu'uutiin isaan cuupha'aa, barattoota kiyya taasisaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf gara gosa biyya adda addaa deema'aatii maqaa Abba'aa, maqaa Ilmaatii fi maqaa Ayyaana Woyyichaatiin isaan cuuphaa, barattoota tiyya godha'a.