Matthew 28:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waan ani isin ajaje maralle akka eegatanu barsiisa'a. Anille yennaa mara haga muummee biyya lafaa isin woliin jira” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan anini isani barsiise ch'ufa guuta worraani jed'a. Beekha, haga guyya muummele anini isani woliini jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
waan anin isanitti hime cufa akka guuttan warra barsiisaa! Beekaa, haga guyyaa muummeellee anin isan waliin jiraa” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan ani isin seere maraa akka eegan barsiisaa'a. Ani hennaa maraa haga dhuma biyya lafaa isin woliin jiraa» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan ani isin seere maraa akka eegan barsiisaa'a. Ani hennaa maraa haga dhuma biyya lafaa isin woliin jira» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan isin ajaje mara'llee akka raawwatan isaan barsiisaa! Kunoo, ani'llee haga muummee biyya lafaa titti, yeroo maraa isin woliin ni jira» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan ani isin ajaje maralle akka eegatanu barsiisa'a. Anille yennaa mara haga muummee biyya lafaa isin woliin jira» isaaniin jedhe.