Matthew 28:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Bifi isaa akka balaqqeetti'ii, wayaan isaa akka dhakaa roobaa ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fuuli isii aka angaasu ifse, woyaani isii aka ch'aama adaatte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fuulii isaa akka angaassuu ibsee, wayaan isa akka caamaa addaatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bifti Maleekka'aa akka bakakka'aa, uffanni isaallee akka barada'aa adi'i.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bifti Maleekka'aa akka bakakka'aa, uffanni isaallee akka barada'aa adi'i.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Fuulli maleeyikkichaa'llee akka bakakka'aa ni ifa ture, uffanni isaa'llee akka barada'aa adii ni ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bifi isaa akka balaqqeetti'ii, woyaan isaa adii akka dhakaa roobaa ti.