Matthew 28:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri eegu ergamaa Gootta'aa waan sodaateef hollatanee akka nama du'ee te'ane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Askartiini aka taka inargiini sodaatte, aka waan doote taate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii waraanaa akka takka hinargin sodaatee, akka waan du'anii ta'an.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri awwaala eegu waan Maleekkaa Goofta'aa sodaataniif raafamanii akka waan du'anii ta'an.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri awwaala eegu Maleekkaa Goofta'aa waan sodaataniif raafamanii akka waan du'anii ta'an.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Worri awwaala eegan'llee maleyikkicha sodaachuu irraa ka ka'een hollachu'uun, akka reeffaa ni ta'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri eegu ergamaa Gootta'aa waan sodaateef hollatanee akka nama du'ee te'ane.