Matthew 28:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ergamaan Gootta'aa ammoo dubartootaan, “Hin sodaatina'a; isin ka fannifame Yesuus akka barbaaddanu ani hin beeka.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Malaikaani waan nad'eeni taaniini jette, Insodaatiina; anini imbeekha, isani Yeso maskaliti fannisani barbaaddani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ergamaan nadheen taaniin, “Anin akka isaan Yesus ka fannotti fannisan barbaaddan hinbeekaa, hinsodaatinaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaanillee dubartootaan akkana jedhe, «Hin sodaatinaa'a; isin Yesuusii fannifame akka soqa'aartan hin beekaa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maleekkanillee dubartootaan akkana jedhe, «Hin sodaatinaa'a; isin Yesuusii fannifame akka soqa'aartan hin beeka.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maleyikkichi garuu dubarttootaan akkana ni jedhe, «Isin hin sodaatinaa» Yesusii fannifame akka barbaaddan ni beeka,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergamaan Gootta'aa ammoo dubartootaan, «Hin sodaatina'a; isin ka fannifame Yesuus akka barbaaddanu ani hin beeka.