Matthew 28:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni as hin jiru; akkuma duraan dubbate du'aa ka'eera. Addee reeffi isaa keyame koya'aa ilaala'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni arma injiru, yayu kaasani, akuma inni jed'e. Koota, fulla isa ch'iifsisani ilaala.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii arma hinjiru, yaayyu akkuma jedhee ka'ee koottaa, fulaa reeffa isaa ciifsisan laalaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni as hin jiru akkuma dubbate ka'eera; Hulee reeffa isaa kaayan kootta'aa laalaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni as hin jiru, akkuma dubbate ka'eera. Hulee reeffa isaa kaayan kootta'aa laalaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
inni as hin jiru, akkuma durssee dubbatametti ka'ee jira. Asi hin jiru, bakka itti awwaalamee ture koota'aatii laalaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni as hin jiru; akkuma duraan dubbate du'aa ka'eera. Addee reeffi isaa keyame kowa'aa ilaala'a.