Matthew 28:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre dubartooti soda'aa fi gammada gudda'aan ariifatanee boolla awwaalaa keessaa bayanee, barattoota isaatitti himiisaaf rukkisane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hurrisani kaani, awaala kaani biraa yaani, guddo sodaatani, ammo gammada qabani, utaalani jara Yesoti himani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan yoma sun ka sodaa fi gammachuu guddoo qaban ka'anii awwaala kaan biraa yaa'anii ori'anii jara Yesusiiti himan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Soda'aa fi gammachuu gudda'aan ariifatanii awwaala biraa deemanii, darasoota isaatitti himu'uuf fiigan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Soda'aa fi gammachuu gudda'aan ariifatanii awwaala biraa deemanii, darasoota isaatitti himu'uuf fiigan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti dubarttoonni soda'aa fi gammachuu ol aana'aan bakka awwaalaatii dadafaan ni lixan, barattoota isaa titti'llee himu'uuf ni fiigan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre dubartooti soda'aa fi gammada gudda'aan ariifatanee boolla awwaalaa keessaa bayanee, barattoota isaatitti himiisaaf rukkisane.