Matthew 28:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dedhuma Yesuus isaaniin wolde'ee, “Nageenni isiniif te'u!” isaaniin jedhe. Isaanille itti hiiqanee, miila isaa qabatanee, isaaf sagadane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni tassa worrati gadi bahe waan jed'eeni, Bultiini isani nagaya? Iti d'iaatani, miila isaa qabatani isa guddisani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus tassa warratti gad ba'ee, “Bultiin isaan nagaa?” jedheen. Itti dhi'aatanii, miila isaa qabatanii sagadaniif.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dimmaa Yesuus isaan argee, «Nageenni isiniif haa ta'u!» isaaniin jedhe. Isaanillee isatti dhiyaatanii luka isaa qabatanii sagadaniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dimmaa Yesuusillee isaan argee, «Nageenni isiniif haa ta'u!» isaaniin jedhe. Isaanillee isatti dhiyaatanii luka isaa qabatanii sagadaniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus karaa irratti isaan argateeti, «Nageenni isiniif haa ta'u!» isaaniin jedhe. Isaan'llee gara isaa dhiyaataniiti miila isaa qabatanii sagadaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dedhuma Yesuus isaaniin wolde'ee, «Nageenni isiniif te'u!» isaaniin jedhe. Isaanille itti hiiqanee, miila isaa qabatanee, isaaf sagadane.