Matthew 3:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Bara san Yohaannisiin cuuphaan goomolee biyya Yihuda'aa keessa lallabaa dhufee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bara suni Yohanani nama batisu lafa aloo ta Yudea d'ufe nama barsiise waan jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Bara sun Yoh. aannisiin nama cuuphuu lafa gammoojjii ta Yihudaa dhufee nama barsiisee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara san Yohaannisiin cuuphaan lafa gammoojjii biyya Yihuuda'aa keessatti, «Jeennanni sami'ii dhiyaatteertii cubbuu irraa deebi'aa'a!» jedhee lallaba'aa dhufe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bara san Yohaannisiin cuuphaan lafa gammoojjii biyya Yihuuda'aa keessatti, «Jeennanni sami'ii dhiyaatteerti cubbuu irraa deebi'aa!» jedhee lallaba'aa dhufe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti Yohaannisiin cuuphaan gammoojjii Yihuda'aa keessa lallaba'aa ni dhufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara san Yohaannisiin cuuphaan goomolee biyya Yihuda'aa keessa lallabaa dhufee,