Matthew 3:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Agaraan mukoota hiddatti muriisaaf qophoweera; muki midhaan dansaa hin buunne muramee ibiddatti hin gatama.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'agara yayu hidda mukha jala kayani; mukha mid'aani dansa imbaamne ch'ufa muraniti ibida keesa buusani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammumaa Agaraa yayyuu hidda mukaa jala kaa'an; muka midhaan dansaa hinbaamne cufaa muranitti ibidda keessatti jissan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunoo amma dhagaraan mukkiin hiddatti muru'uuf qophaayeera; munni daraaraa mishaa hin daraarre maruu muramee ibiddatti gatama.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Amma dhagaraan mukkiin hiddatti muru'uuf qophaayeera; munni daraaraa mishaa hin daraarre maruu muramee, ibiddatti gatama.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amma garuu qottoon mukkiin jala kaayamee jira. Kanaaf mukinni firii mishaa hin daraare marrinuu, muramee gara ibiddaa titti ni gatama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Agaraan mukoota hiddatti muriisaaf qophoweera; muki midhaan dansaa hin buunne muramee ibiddatti hin gatama.