Matthew 3:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni eeddummee ifii keessatti midhaan qulleessiisaaf horooroo harkatti qabateera; midhaan qulleessee gootara'atti hin galcha; hicaacee ammoo ibiddaa hin dhaanneen guba” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hafareeni isaa harka isaa keesa jirti. Oobdi ufi inqulqulleesa, dargaye wolti qabe khod'oti naqa, ammo qola ibida haga jiru ind'aamneti naqa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hafareen harka isaa keessa jirti. Oobdii ufii inqulqulleessa, dargaayyee walti qabee kodhootti naqa, qola ammoo ibidda haga jiru hindhaamnetti naqa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni Mashii harkaa qaba. Ooyidiillee sirri'itti qulqulleessa. Qamadii gootara'atti galcha. Buraa ammo ibidda bobayee hin dhaamne keessatti guba».
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni Manshii harkaa qaba. Oyiddillee sirritti qulqulleessa. Qamadii gootara'atti galcha. Buraa ammoo ibidda bobayee hin dhaamne keessatti guba».
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni manshiin harka isaa ni jira. Isaan'llee ooddii haala misha'aan ni qulqulleessa. Qamadii'llee Gootaraa isaa titti ni galcha, ibbiqiin garuu ibidda hin badinneen ni guba.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni eeddummee ifii keessatti midhaan qulleessiisaaf horooroo harkatti qabateera; midhaan qulleessee gootara'atti hin galcha; hicaacee ammoo ibidda hin dhaanneen guba» isaaniin jedhe.