Matthew 3:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus yennaa san Yohaannisiin cuuphaan akka isa cuuphuuf gara laga Yordaanosii dhufe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yesoni Galilaya bahe, Yordani d'ufe, gara Yohana d'aqe aka Yohanani isa batisu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus Galiilaa ba'ee, Yordanos dhufee, akka Yoh. aannis isa cuuphu gara Yoh. aannis dhaqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus hennaa san Yohaannisiin cuuphaan akka isa cuuphuuf gara laga Yoordaanosii dhufe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus hennaa san Yohaannisiin cuuphaan akka isa cuuphuuf gara laga Yordanoosii dhufe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti Yesus harka Yohaannisii titti cuuphamu'uuf, Galiilaa gara laga Yoordaanosii ni dhufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus yennaa san Yohaannisiin cuuphaan akka isa cuuphuuf gara laga Yordaanosii dhufe.