Matthew 3:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus cuuphamee bisaan keessaa akkuma bayeen, ol-gubbaan banantee Ayyaanni Waaqaa saphaliisa fakkaatee gad dhufee isa irra bu'uun dhagge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi Yesoni batiso argate, hojuma suni bisaani keesaa baanaani, gubbaani banamte, Lubbu Waaqa ta bifa sabaliisa qabdu, ta isa ira teetu arge.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma Yesus cuuphamee bisaan keessaa ba'een, gubbaan Waaqaa isaa banamtee, innii hafuura Waaqaa ka bifa sabaliisaa qabu, ka isa irra taa'u arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus akkuma cuuphamee bisaan keessaa bayeen yoosuu samiin banamee Ayyaanni Rabbii akka handari'ii hennaa isa irratti bu'u arge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus cuuphamee bisaan keessaa akkuma bayeen, Yoosuu samiin banamee Ayyaanni Rabbii akka handari'ii hennaa isa irratti bu'u arge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus cuuphamee bakkumatti akkuma bishaan keessaa bayeen samiin ni baname, Hafuurri Waaqaa'llee fakkeenna handari'iitiin bu'ee Yesusiin irra yoo taa'u ni arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus cuuphamee bisaan keessaa akkuma bayeen, ol-gubbaan banantee Ayyaanni Waaqaa saphaliisa fakkaatee gad dhufee isa irra bu'uun dhagge.