Matthew 3:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ol-gubbaa irraa qoonqoon, “Kun Ilma kiyya jaallatama'a, ka ani guddoo isatti gammadeeru” jette.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qonqooni gubba baate waan jette, Kunini Ilma kiyya ka anini jaalad'u, inni guddo na gammachiisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qoonqoon Waaqaa gubbaa dhuftee, “Kunin ilma kiyya ka anin jaaladhu, innii guddoo na gammachiisa” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennama san laagaan samii irraa, «Kunoo Ilmi kiyya jaalatamaan Ani itti gammadu kana» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Laagaan samii irraa, «Kun Ilma kiyya jaalatamaa Ani itti gammadu» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroma sanitti, «Kunoo, ka ani itti gammadu fi jaaladhu, Ilmi kiyya kana» qooniqqi jedhu, sami'ii ni dhufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ol-gubbaa irraa qoonqoon, «Kun Ilma kiyya jaalatama'a, ka ani guddoo isatti gammadeeru» jette.