Matthew 3:2 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Mootummaan ol-gubba'aa waan dhikaatteeef cubbuu irraa deebi'aa!” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daba iraa deebia, Finni gubba ya, d'iaate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Mootummaan Waaqaa ya dhi'aattee cubbuu irraa deebi'aa!” jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yoo barsiisutti'llee, «Kunoo! Mootummaan Sami'ii dhiyaattee jirttiitii, gara Waaqaa deebi'aa!» ni jedha ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootummaan ol-gubba'aa waan dhikaatteef cubbuu irraa deebi'a'a!» jedhe.